Mission and Vision of Maya City

Our Mission and Vision

Ergama

MayaCityCommunication

  • Sirna kominikeeshiinii bua-qabeessa diriirsuudhaan mootummaafi uummata gidduutti wal-hubannaa gaarii uumuu.

Mul'ata

MayaCityCommunication

  • Bara 2022tti uummata ejjennoo mootummaa irratti hubannoo sirrii argatee imala badhaadhina eegale arguu.

Duudhaalee

MayaCityCommunication

  • 1, Madda odeeffannoo amanamaa tauu
  • 2 , Jijjiiramaaf hojjechuu
  • 3, Dursanii argamuu
  • 4, Danooma kabajuu
  • 5, Iftoomina qabaachuu
  • 6 Ilaafi ilaameen hojjechuu
  • (2-way communication)