You are currently viewing Kutaalee Magaalaa Maayaa Awwadaay, Addeelle fi Haramaayaatti Gamaaggamni Raawwii Hojii Bara 2015 fi Karoora Xiiqii Bara 2016 Paartii fi Mootummaa guyyoota lamaan darbaanif gaggeeffama ture Xumurame.

Kutaalee Magaalaa Maayaa Awwadaay, Addeelle fi Haramaayaatti Gamaaggamni Raawwii Hojii Bara 2015 fi Karoora Xiiqii Bara 2016 Paartii fi Mootummaa guyyoota lamaan darbaanif gaggeeffama ture Xumurame.

Adool.14/2015

Kutaalee Magaalaa Maayaa Awwadaay, Addeelle fi Haramaayaatti Gamaaggamni Raawwii Hojii Bara 2015 fi Karoora Xiiqii Bara 2016 Paartii fi Mootummaa guyyoota lamaan darbaanif gaggeeffama ture Xumurame.

Gamaaggama kanaanis Hanqinoota jiraan Maqsuun Ciminoota jiraan itti fufsiisuuf Kallattin hojii Fuldura ka’ameera.

Leave a Reply