Welcome to Magaalaa Maayaa

Magaalaa Maayaa magaalootaa bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaa jala jiran keessaa isa tokko dha.Akka Magaalaa kanaatti omishi jimaa ,kudura fi muduraa bal’inaan oomshuun gabaa biyya keessa fi biyyootaa alaatif dhiyyeessun gidugala daldala tahun baha oromiyaatti siyaas-diinagdee guddachaa dhufe jira. Sababa oomishii jimaa guddachuutin baha oromiyaa irratti sochiin daldalaa jimaa cimaan uumamu danda’e jira.Haata’u malee,qonnaan bulaan Harargee bara dheeraaf oomishaa jimaas ta’e,kudura fi mudura abbaa jimaa tahe osoo jiru,omishaa isaa mirga gabaa bilisaatti fayyadamu irraa fayyadama tahu hindandeenye ture.Kannarra ka’un qonnaan bulaa Hararge sarbamuun ,shira daldala jimaa keessatti godhamun miidhaa siyaas-diinagdee fi hawaasummatif saaxilamun bara dheeraf gaaffii magaalaa giddugala daldala jimaa akka hundooftuf kaasa ture jira. Bulchiinsi Mootumma Naannoo Oromiyaa mirgaa fi faayidaa akkasumas gaaffii uummataa yeroo dheeraa bu’uura irraa deebisuuf hojiiwwan gurguddoo riiformii asitti hojjetee fi murtoo seenaa qabeessaa dabarseen magaalota sochii daladala oomisha qonnaatif giddugala ta’an walittimakun daangaa bulchiinsaa daangeessuun gaaffii ummata Haragee Bahatif deebii keennuf hojii jalqabee jira. Bu’uuruma kanaan, magaalota awwadaay ,haramayaa fi adeelle gara magaala muummee tokkotti fiduun magaalaa uummataa seenaa fi aadaa uummatichaa giddugaleessa godhate, magaala giddugala daldalaa ,hawwaatuu, dorggomituu fi hammattuu (inclusive), akkasumas, bulchiinsa tekinooloojiin deeggeramte(e-governance),misoomni dam-daneessaa itti mirkanaa’e fi fayyadamummaa uummataa keessatti dhugoomee hundeesuuf mootummaan naannoo oromiyaa kutaannoon hojjacha jira. Milkaa’ina hundeeffama magaalicha dhugoomsuuf karooran hogganamuun murteessan.

Itti Gaafatama Waajjira Koomunikeeshiinii Magaalaa Maayaa

Kab. Obbo Fuaad Jemaal

Ergama

Sirna kominikeeshiinii bua-qabeessa diriirsuudhaan mootummaafi uummata gidduutti wal-hubannaa gaarii uumuu.

Mullata

Bara 2022tti uummata ejjennoo mootummaa irratti hubannoo sirrii argatee imala badhaadhina eegale arguu.

Duudhaalee

5, Iftoomina qabaachuu 6 Ilaafi ilaameen hojjechuu (2-way communication)

Ergama

Sirna kominikeeshiinii bua-qabeessa diriirsuudhaan mootummaafi uummata gidduutti wal-hubannaa gaarii uumuu.

Mullata

Bara 2022tti uummata ejjennoo mootummaa irratti hubannoo sirrii argatee imala badhaadhina eegale arguu.

Duudhaalee

1, Madda odeeffannoo amanamaa tauu 2 , Jijjiiramaaf hojjechuu 3, Dursanii argamuu 4, Danooma kabajuu
100

Population

1

Sub Cities

1

Kebele

Subscribe Now

Thanks for subscribed!

Processing...

Meet team member

Our expert team

Dr.Efrah Wazir

Dr.Efrah Wazir

Kantiibaa Magaalaa Maayaa
Dino Amin

Dino Amin

Itti Aanaa Kantiibaa Magaalaa Maayaa
Alamayo Tadasa

Alamayo Tadasa

Itti Gaafatamaa Waajira Paartii Badhaadhina Magaalaa Maayaa
Mullata Bushra

Mullata Bushra

Itti Gaafatama Damee Ijaarsa Paartii Badhaadhina Magaalaa Maayaa
Mahmed Usman

Mahmed Usman

Itti Gaafatama Damee siyaasaa Paartii Badhaadhina Magaalaa Maayaa
Fuad Jemal

Fuad Jemal

Hogganaa Wajjira Koomunikeeshiinii Magaalaa Maayaa
Shueybi

Shueybi

Itti gaafatama Waajjira Faaynaansii Magaalaa Maayaa