Kantiibaan Magaalaa Maayaa Dr.Ifrahaa Waziir Bara haaraaya 2016 Sababeeffachuun ergaa Baga geessani dabarsaan. Barri 2016 Bara tokkummaa, jaalalaa, nageenyaa fi Milkii akka isiniif tahuun hawwa. Barri 2016 bara tokkummaan imala…

Continue Reading

“Bara 2016 dinagdeen Naannoo Oromiyaa % 8’n akka guddatu ni eegama” Obbo Hayiluu Addunyaa, Hoogganaa BKO

Biiroon Kominikeeshinii Oromiyaa karoora Naannichaa bara 2016 ilaalchisuun miidiyaaleef ibsa kenneera. Ibsicha kan kennan Hoogganaan Biiroo Kominikeeshinii Oromiyaa Obbo Hayiluu Addunyaa Mootummaan Naannoo Oromiyaa guddina hawaas-dinagdee ariifataafi itti fufinsa qabu…

Continue Reading“Bara 2016 dinagdeen Naannoo Oromiyaa % 8’n akka guddatu ni eegama” Obbo Hayiluu Addunyaa, Hoogganaa BKO

Kutaa Magaalaa Haramaayaatti Haala Dambii Paartii Badhaadhinaa fi Qajeelfama Komishini Inispeekshinii Naamuusa irratti hubannoon kenname.

Adoolessaa 28/2015 Magaalaa Maayaa Kutaa Magaalaa Haramaayaatti Haala Dambii Paartii Badhaadhinaa fi Qajeelfama KIN akkasumaas haala Koree KIN Sadarkaa Kutaa Magaalaatti hundeessuu irratti hubannoon kenname.

Continue ReadingKutaa Magaalaa Haramaayaatti Haala Dambii Paartii Badhaadhinaa fi Qajeelfama Komishini Inispeekshinii Naamuusa irratti hubannoon kenname.