Ergamaa fi Mul'ata Magaalaa Maayaa
Ergama fi Mul'ata
Ergama
KoomunikeeshiiniiMagaalaa Maayaa
- Sirna kominikeeshiinii bua-qabeessa diriirsuudhaan mootummaafi uummata gidduutti wal-hubannaa gaarii uumuu.
Mul'ata
KoomunikeeshiiniiMagaalaa Maayaa
- Bara 2022tti uummata ejjennoo mootummaa irratti hubannoo sirrii argatee imala badhaadhina eegale arguu.
Duudhaalee
KoomunikeeshiiniiMagaalaa Maayaa
- 1, Madda odeeffannoo amanamaa tauu
- 2 , Jijjiiramaaf hojjechuu
- 3, Dursanii argamuu
- 4, Danooma kabajuu
- 5, Iftoomina qabaachuu
- 6 Ilaafi ilaameen hojjechuu
- (2-way communication)