Welcome to Magaalaa Maayaa

Magaalaa Maayaa magaalootaa bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaa jala jiran keessaa isa tokko dha.Akka Magaalaa kanaatti omishi jimaa ,kudura fi muduraa bal’inaan oomshuun gabaa biyya keessa fi biyyootaa alaatif dhiyyeessun gidugala daldala tahun baha oromiyaatti siyaas-diinagdee guddachaa dhufe jira. Sababa oomishii jimaa guddachuutin baha oromiyaa irratti sochiin daldalaa jimaa cimaan uumamu danda’e jira.Haata’u malee,qonnaan bulaan Harargee bara dheeraaf oomishaa jimaas ta’e,kudura fi mudura abbaa jimaa tahe osoo jiru,omishaa isaa mirga gabaa bilisaatti fayyadamu irraa fayyadama tahu hindandeenye ture.Kannarra ka’un qonnaan bulaa Hararge sarbamuun ,shira daldala jimaa keessatti godhamun miidhaa siyaas-diinagdee fi hawaasummatif saaxilamun bara dheeraf gaaffii magaalaa giddugala daldala jimaa akka hundooftuf kaasa ture jira. Bulchiinsi Mootumma Naannoo Oromiyaa mirgaa fi faayidaa akkasumas gaaffii uummataa yeroo dheeraa bu’uura irraa deebisuuf hojiiwwan gurguddoo riiformii asitti hojjetee fi murtoo seenaa qabeessaa dabarseen magaalota sochii daladala oomisha qonnaatif giddugala ta’an walittimakun daangaa bulchiinsaa daangeessuun gaaffii ummata Haragee Bahatif deebii keennuf hojii jalqabee jira. Bu’uuruma kanaan, magaalota awwadaay ,haramayaa fi adeelle gara magaala muummee tokkotti fiduun magaalaa uummataa seenaa fi aadaa uummatichaa giddugaleessa godhate, magaala giddugala daldalaa ,hawwaatuu, dorggomituu fi hammattuu (inclusive), akkasumas, bulchiinsa tekinooloojiin deeggeramte(e-governance),misoomni dam-daneessaa itti mirkanaa’e fi fayyadamummaa uummataa keessatti dhugoomee hundeesuuf mootummaan naannoo oromiyaa kutaannoon hojjacha jira. Milkaa’ina hundeeffama magaalicha dhugoomsuuf karooran hogganamuun murteessan.

Itti Gaafatama Waajjira Koomunikeeshiinii Magaalaa Maayaa

Kab. Obbo Fuaad Jemaal

Ergama

Sirna kominikeeshiinii bua-qabeessa diriirsuudhaan mootummaafi uummata gidduutti wal-hubannaa gaarii uumuu.

Mullata

Bara 2022tti uummata ejjennoo mootummaa irratti hubannoo sirrii argatee imala badhaadhina eegale arguu.

Duudhaalee

5, Iftoomina qabaachuu 6 Ilaafi ilaameen hojjechuu (2-way communication)

Ergama

Sirna kominikeeshiinii bua-qabeessa diriirsuudhaan mootummaafi uummata gidduutti wal-hubannaa gaarii uumuu.

Mullata

Bara 2022tti uummata ejjennoo mootummaa irratti hubannoo sirrii argatee imala badhaadhina eegale arguu.

Duudhaalee

1, Madda odeeffannoo amanamaa tauu 2 , Jijjiiramaaf hojjechuu 3, Dursanii argamuu 4, Danooma kabajuu
100

Population

1

Sub Cities

1

Kebele

Subscribe Now

Thanks for subscribed!

Processing...

Meet team member

Our expert team

Dr.Efrah Wazir

Dr.Efrah Wazir

Kantiibaa Magaalaa Maayaa

Dr. Efrah Wezir

Maya City Mayor

Lorem ipsum dolor sit amet, consectetur adipisicing elit, sed do eiusmod tempor incididunt ut labore et dolore magna aliqua. Ut enim ad minim veniam.
Dino Amin

Dino Amin

Itti Aanaa Kantiibaa Magaalaa Maayaa

Dino Amin

Maya City Deputy Mayor

Lorem ipsum dolor sit amet, consectetur adipisicing elit, sed do eiusmod tempor incididunt ut labore et dolore magna aliqua. Ut enim ad minim veniam.
Alamayo Tadasa

Alamayo Tadasa

Itti Gaafatamaa Waajira Paartii Badhaadhina Magaalaa Maayaa

This is the modal box

This is the modal title

Lorem ipsum dolor sit amet, consectetur adipisicing elit, sed do eiusmod tempor incididunt ut labore et dolore magna aliqua. Ut enim ad minim veniam.
Mullata Bushra

Mullata Bushra

Itti Gaafatama Damee Ijaarsa Paartii Badhaadhina Magaalaa Maayaa

This is the modal box

This is the modal title

Lorem ipsum dolor sit amet, consectetur adipisicing elit, sed do eiusmod tempor incididunt ut labore et dolore magna aliqua. Ut enim ad minim veniam.
Mahmed Usman

Mahmed Usman

Itti Gaafatamaa Damee siyaasaa Paartii Badhaadhina Magaalaa Maayaa

This is the modal box

This is the modal title

Lorem ipsum dolor sit amet, consectetur adipisicing elit, sed do eiusmod tempor incididunt ut labore et dolore magna aliqua. Ut enim ad minim veniam.
Fuad Jemal

Fuad Jemal

Hogganaa Wajjira Koomunikeeshiinii Magaalaa Maayaa

This is the modal box

This is the modal title

Lorem ipsum dolor sit amet, consectetur adipisicing elit, sed do eiusmod tempor incididunt ut labore et dolore magna aliqua. Ut enim ad minim veniam.
Xahaa Roobaa

Xahaa Roobaa

Itti Gaafatamaa Waajjira Geejjibaa

This is the modal box

This is the modal title

Lorem ipsum dolor sit amet, consectetur adipisicing elit, sed do eiusmod tempor incididunt ut labore et dolore magna aliqua. Ut enim ad minim veniam.
Abdii Ahmad Taha

Abdii Ahmad Taha

Itti Gaafatamaa waajjira Dargaggoo fi Ispoortii
Abdii Yuuyyaa

Abdii Yuuyyaa

Itti Gaafatamaa Waajjira Galiii
Abiyyuu Tarreessaa

Abiyyuu Tarreessaa

Bulchaa Kutaa Magaalaa Aawwadaay
Alim Bakar

Alim Bakar

Bulchaa Kutaa Magaalaa Addeellee
Aliyyii Husseen

Aliyyii Husseen

Itti gaafatamaa Waajjira Barnootaa
Anwar Abubeker

Anwar Abubeker

Itti gaafatamaa Waajjira Ligii Dargaggoo
Araarsoo Yaassiin

Araarsoo Yaassiin

Itti Gaafatamaa Tajaajila Mana Qopheessaa
Buzaayyoo Caalchisaa

Buzaayyoo Caalchisaa

Itti Gaafatamaa Waajjira Kantiibaa
Caalaa Assaffaa

Caalaa Assaffaa

Itti gaafatama waajira Public Sarvisii
Komandar Muluu Abaabuu

Komandar Muluu Abaabuu

Itti Gaafatamaa Qajelcha Poolisii
fariyaa aliyyii

fariyaa aliyyii

itti gaaatama waajira galmeessa sivili
feeyruzaa abdumaalik

feeyruzaa abdumaalik

itti gaaatama waajira aadaa fi turizimi
feeysal naasir

feeysal naasir

itti gaaatama waajira waldaa babalinsa hojii gamtaa
fuaad abdela

fuaad abdela

itti gaaatama waajira fayyaa
galaanaa qalbeessaa

galaanaa qalbeessaa

;itti gaaatama waajira charraa hojii umuu fi ogummaa
Mahadii Daawwee

Mahadii Daawwee

Bulchaa Kutaa Magaalaa Haramaaya
mamad juneydi

mamad juneydi

itti gaaatama waajira mallaaqaa
Roozaa Mahamad

Roozaa Mahamad

Itti Gaafatamaa Waajjira Dhimma Dubartii
Tibaalcii Tesfaayee

Tibaalcii Tesfaayee

Itti Gaafatamaa Waajjira Daldalaa
Toofiq  Abraahim

Toofiq Abraahim

Itti Gaafatamaa Waajjira Nageenyaa
Zallaqaa Abdisaa

Zallaqaa Abdisaa

Itti Gaafatama Waajjira Qonnaa